Walaloo Ajaa’ibaa Waraana Bilisummaa Oromootiif Lataa Qana’ii Aagaatiin “Must watch”

Walaloo Ajaa’ibaa Waraana Bilisummaa Oromootiif Lataa Qana’ii Aagaatiin “Must watch”

Geerarassa WBO Gaafa Simannaa Biyya galuu Dhaaba ABO Magaalaa Oborraa(Amurutti) Keessaatti Gammachuusaa ibsachaa Waraanni Bilisummaa Oromoo Geeraraasan biyya abbaasaa keessa garmaamaa ture. Dhaggeeffadhaa. WBO Jecha ittiin si ibsinu hin qabnu.

Muzaya Wallaggaa

Diinonnii fi amajaajonni WBO haa gubatan yeroo WBOn injifannoodhaan biyya abbaa isaa galu.


Guyyaan har’a magaala amboo naannoo xulee kana fakkata