Hacaaluu Hundeessa:Deeggarsa Lammiileen Oromoo Ameerikaa Kaabaa




[OBN 25 03 2010] Artiisti Hacaaluu Hundeessa barattoonni Oromoo barnoota isaanii cimanii barachuu qabu jedhe. Deeggarsa Lammiileen Oromoo Ameerikaa Kaabaa ergan Lammiilee qe’ee fi qabeenyaa isaanirraa buqqa’aniif arjoome.

 



Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*