Lammii Beenyaa fi Daawwit Abdataa har’a mana murtii Sabbataa kan Daalattii jirutti dhiyaataniiru.

Lammii Beenyaa fi Daawwit Abdataa har’a mana murtii Sabbataa kan Daalattii jirutti dhiyaataniiru.


his year’s Human Rights Day theme is Recover Better – Stand Up For Human Rights. It’s a reminder that human rights, including the right to health, must be at the heart of our response to COVID-19, the global recovery and our efforts to accelerate progress towards the Sustainable Development Goals.
We need to think not only about the most effective ways to recover from the devastating impacts of the pandemic, but to do so with strategies designed to build more equal, inclusive and equitable societies.


Keenya hidhannoon jabaa, #HidhannooSammuu ti!!


Hidhaan Hammaate
Godina Arsii Lixaa magaalaa Dodolaatii humnoonni PP Miseensa Koree ABO Onichaa kan tahe Jaal Muhammad Buqqaatoo hidhuuf barbaadanii manaa dhabnaan haadha warraa isaa Addee Ra’iisaa Currisoo jedhamtu ulumaa/deessuu daa’ima ji’a Lamaa waliin hanga inni dhufutti turi jechuun hidhaniiru. Kun kan ta’e guyyaa kaleessaa (Mudde 10/2020)

1 Comment

Comments are closed.