Lammaa Megersa Prioritizes power over solving the problem the Oromo has

Lammaa Megersa Prioritizes power over solving the problem the Oromo has. Wow!

Oromiyaan Fedaraalaaf kana keessaa saantima tokkoo kan kenninuu hin jiru. Oromiyaatu dhimmi mataa isaatif jecha kana hojjechaa jira.

Vat amma dura walakaan Fedaraal gala ture, saantimnii tokkoo osoo nurraa hin haafin Oromiyaarrati akka haafuf hojjechaa jira.

Dhignii ilmaan Oromoo yoo dhangala’ee malee kan jiraachu hin dandeenyeetti itti fakkaatuttuu jira. 
Har’allee warra nuti akka tasgabooynu hin barbaaneetuu jira, nutiis kana ofiirraa osoo hin ilaalin ofamuu hin qabnu.

Pirezidaantiin MNO Kab. Obbo Lammaa Magarsaa kan dubbatan keessaa


Ethiopia አቶ ካሳ ተ/ብርሃን ስቅስቅ ብሎ አለቀሰ “ለራሱ”