LAMMIIN LAMMIIF ERGA JENNEE: LAMMAA MEGERSA FI BULCHIINSI ISAA..

LAMMIIN LAMMIIF ERGA JENNEE: OBBO. LAMMAA MEGERSA FI BULCHIINSI ISAA DR. MARAARAA FI WAAHELOTTAN ISAAF AKKA TAHU JENNA.

Hooggaboota OFC kan Murtiif dhihaatan jedhan kanneeniif ragpplee argaa fi dhageettiif maqaan dhahaman Shanan keessa Afur Oromoodha. Erga maqaan isaanìi yaamame dhihaatanii Hayyoota Oromoo kan yakka osoo hin.dalayne ummata Oromoof dubbataniidhaaf bidhaman akka hiikaman bira dhaabbata jedha.

 

 
 Via : Hamza Wariyo