Obbo Lammaa Margasaa Yaadan yaa mo’annnuu= 200 ol tahan kijibdoota oraalii hedduu FB ishee faana taarresseera!
Neftegna Oromodha fi Oromiyaa dhaa fi danta hin qabnne irrati shoomuu
Balleessaa malee nagayaan safaree tan hiruu WBO, RIBn adamsiisanii akka binensaa ajjeechisiisuu
Saba Oromoo dhumee jijiirra kana tan fide, gaaffii isaa deebisuu dhiise ajandaa ambira akkamitti umuri aangoo isaanii akka dheerefatan dhaabolee kan dura sabaaf hoomaa hin hojjetin wolin tahuu dhan sabaa Oromo irratti hojjechaa jirtan
Hiikannaan qawwee maaliif WBO irratti duwaa xiiyeefatee? TPLF, ONLF, worrii Amaaraa, etc
Oduun amaa ammoo ergamtuu Neftegnati fakkaatti, maliifi?
Dr. Abiy haradha worra Neftegnatin jira maaliifi? Maali barbaade ti aangoo irra na tursisuu jedheetii lataa?
Yeeron filannoo akka dheeratu maalifi baarbaduu?
==================
ABO= Yaanni isannii abbaa biyummaa Oromoo mirkaneessuu dha.
Oromoon akka bineenssaa adamsammee akka hin ajjeefamne qabena issarrati
WBOn gachan sabaati, aka warana TPLF Oromoo adamssee hiinajjesuu
Oromoon qabenya isarrati abbaa yaatahu
Afaan Oromoo Afaan hojii federaalaa yaatahuu hojjiin afaan amaran monopolii tahe jira.
land grabbersI like this guy he’s asking good honest fair question I don’t agree with him in certain Things but I agree with him most of the points please listen to this video Until the End!!
ሙሉ ቪድዬን ለማየት:
Ibsa Obbo Taayyee danda’aa haala yeroo irratti kennaa jiru tamsaasa kallatiidhaa.
Sobduu Neftegna!!!Ennuutuu kolaasaa turee? Eessa turtan isini?
Jilli Hogganaa Waajjira Giddu galeessa ODP Dr Alamuu Simeetin Durfamuu Dawwanaa tasaa Godina Arsiitti mana barnoota Abboomsa sad 2ffaa fi Qophaa’inati taasiisani jiru.
Dawwanaa tasaa kanaan mana barnotichaaf kitaabilee rifiiraansii fi compitaroota kennaadhaan kennanii jiru.
Dabalatanis Dr. Alamuu Simee muuxannoo isaanii barattootaf qoodanii jiru
Fake love! Who would love killers or land grabbers? Neftegnas?
Mee nama tokko wajjiin waliin isin barsiisuu?Alamu Simee Eenyu ? Icciti Alemu Sime fi ODP(OPDO) – https://t.co/1iCXkTK5JF pic.twitter.com/u3upvBHBOO
— Kichuu (@kichuu24) December 24, 2018
ONN-TVOMT: Qophii Dooyaa Keeysummaa keeysaat wayta Sirni Cabu Abbootiin Gadaa Maalif Cal’isan? Mudde 24-2018 – https://t.co/NXM54F2Jgv pic.twitter.com/jnSygcPoln
— Kichuu (@kichuu24) December 24, 2018
OPDOn Midiyaa ESATtiif Deegarsa Qarshii Milliyoonaa 10 Kennitee – https://t.co/EnHdPWqX9M pic.twitter.com/42kYvNv3n2
— Kichuu (@kichuu24) December 24, 2018