SIMANNAA prezidantii Oromiyaa obbo-Lammaa Magerssaa WASHINGTON DC

SIMANNAA prezidantii Oromiyaa obbo-Lammaa Magerssaa WASHINGTON DC


SIMANNAA prezidantii Oromiyaa obbo
Lammaa Magerssaa WASHINGTON DC
Araaraa fi Nageenyaa waldaa Amantaa christaanaa Ortodox


#QEERROO_MACHAARAA_MIICCATAA
#Imala_Deeggarsa_Waardiyyoota_Daangaa_Oromiyaa

#WAARDIYYOOTA_DAANGAA_OROMIYAA_CINAAKSAN
~Simannaa ajaa’ibaa nuuf godhan
~Gorsa ajaa’ibaa nuuf kannan
~Gootummaa nu barsiisan
~Oromoo daangaa irratti rasaasa diinaatiin madaahe jajjabeessine
~Jaalala biyyaa fi daangaa oromiyaa nu barsiisan
~Laaqana ajaa’ibaa nu afeeran
~Barcaa ajaa’ibaa nu qamaasisan
~Buna ajaa’ibaa nu obaasan
~Heellee ajaa’ibaa nuuf tabatan
~Dhiichisa ajaa’ibaa nuuf dhiichisan
~Gaggeessaa ajaa’ibaa nu gaggeessan
~Waan barreeffamaan hin ibsamne hunda nuuf godhan


IJJI SEERAA Hatticha kana maaf arguu Dadhabde??? Poolisoota biraa Maal eega???? Eessa bilbilaa Ture???

#Daniel Hattichi Du’a Injinar Simmanyoo Booda Waan Barreesse argitanii jirtu. Garuu Yeroo Ummanni Hiriira Nagaa ETV fuulduratti ba’ee Ture Inni Maal hojjata. Suuraa Yeroo San fudhatameedha.odeeffannoon ummanni itti gadi fiignaan Dheesee dallaa Dhaabbataa (ETV) akka seene jedhus jirti.


የኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋህዶ ቤተክርስቲያን እና አሜሪካ የሚገኘው ሲኖዶስ ከስምምነት ደርሰዋል::

በአሜሪካ የሚገኘው ፓትርያትርክ በፓትርያርክ ማእረግ ወደ ሀገር ገብተው እንዲያገለግሉ ከስምምነት ተደርሶል፡፡
የሁለቱም ፓትርያሪኮች ስም በሁሉም አብያተ ቤተክርስቲያናት ፀሎት እንዲደረግ ዛሬ በአሜሪካን ሀገር በተከሄደው እርቀ ሰላም ከስምምነት ተደርሶል፡፡

ከዛሬ ጀምሮ የኦርቶዶክስ ተዋህዶ ቤተክርስትያን በአንድ አካል ብቻ እንደምትወከል ታውቆል፡፡ በስነስርዓቱ ላይ ለክቡር ዶ/ር አብይ አህመድን ለነበራቸው በጎ ሚና ቤተክርስትያኖ ምስጋናቸውን አቅርበዋል፡፡

የኢፌድሪ ጠቅላይ ሚኒስትር ዶ/ር አቢይ አህመድ በፕሮግራሙ ላይ ተገኝተው ንግግር አድርገዋል፡፡

Good job. One of vital social categories for creating stable & sustainable peace.
Kassahun Gofe Balami