Bulchaan Aanaa Gursum kan Jigjigatti mana jaarratee Abdi Ileef haala mijeessaa ture jedhaa Lammaa Magarsaa har’a dubbatu maqaan isaa Naasir Abdii jedhama. Abdi Ilee irraa maallaqa mmiliyoona 3 nyaatee lafa Jigjigatti kennameefitti mana jaarrachuun osoo beekamuu, araddaalee hedduu mallatteessee kennuun osoo beekamuu, aanaa irraa kaafamee aangoon dabalameefi yeroo ammaa Dhimma Nageenyaa Godina Harargee Bahaa ta’ee jira. Bakka amma jirurraahis Abdi Ileedhaaf odeeffannoo dabarsuun ummata keenya qawwee irraa hiikuun jaraaf dalagaa jira. Walgahii Lammaan har’a irraa haasayaa jiru tana keessas ture jedhama. Obbo Lammaa rabbii jedhaa fakkeessuu dhisaa, yoo akka arrabaa kana amantan tarkaanfii qabatamaa fudhadhaa!!
via Jawar Mohammed
ወያኔ በየሄደበት መዋረድ ልማዱ ነው ዛሬም በቆራጥ ኢትዮጽያዊያን ውርደት ተከናንበዋል በዛሬው ዕለት በዴንቨር ኮሎራዶ አውሮራ አካባቢ በድብቅ ተሰባስበው ስለደቡብ እናውራ በማለት የለመዱትን ዲስኩር ሊቀጥሉ ሲሉ በነዚህ ጀግኖች አትልፉ ገዳዮች ናችሁ ህዝቡ አውቋችሃል ። ተባሉ ቪዲዮውን ተከታተሉት።
Via General knowledge ጠቅላላ እውቀት