Lafti Oromiyaa Karrayyuu humnaan cabee bulchiinsa Naannoo Amaaraa jalatti ..

Lafti Oromiyaa Karrayyuu humnaan cabee bulchiinsa Naannoo Amaaraa jalatti yoo galu

dargaggeessi Oromoo kan silaa roorroo kana dhaabsisu ammoo ristii Amaarri Tigraay irraa deeffachuuf fokkoru milkeessuuf kaabatti duulchifamaa jira. Oromoo, salphina kana ofirraa dhaabsisuu qabda.

Yaya Beshir

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.