Kunoo, ce’umsi OPDO lixa irraa bahatti ce’e.

Kunoo, ce’umsi OPDO lixa irraa bahatti ce’e.

“(SBO – Adoolessa 10,2019) Godina Harargee Lixaa keessaa deggertoota ABO hidhuu fi ari’uun itti fufeera.

Haaluma kanaan Ona Odaa Bultum magaalaa Baddeessaa keessaa maqaa deggertoota ABO ti jedhuun hawaasa nagaa hidhaa, gidirsaa fi baqachiisaa jiru jedha oduun nu gahe. Kanneen hidhaman baay’ee ta’uunis gabaasameera.

Bookee, Habroo, Daaroo Labuu, akkasumas Hawwii Guddinaa dabalatee Qeerroo, Qarree fi sabboontota Oromoo ABO deggeran qabanii gara mana hidhaatti darbuun bal’inaan akka geggeeffamaa jiru gabaasni SBO dhaqqabe ifa godha.


Abiy is the greatest example and pinnacle of success of Abyssinian colonialism in the south. Listen to him talk, he sounds like a middle-class wanabe Abyssinian peri-urban elite, one can see nothing Oromo in him. His talks have never bothered me so long there is no effect on Oromo interest. Over the last six month, his regime has jailed thousands of Oromo nationalists in bid to save this Abyssinian created empire. Ethiopian empire can’t be saved by sacrificing Oromo interests and nationalists
Biyya Oromiyaa


<strongclass=”title style-scope ytd-video-primary-info-renderer”>Ethiopia -ESAT የኢዜማ ፖርቲ አመራር ተወካዮች የፖርቲውን ዓላማና ፕሮግራም ለማስረዳትና ውይይት ለማካሄድ በአትላንታ ጆርጂያ July 2019

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.