Kunnoti dubbiin: Is this man deliberately disrespecting us?

Kunnoti dubbiin: Is this man deliberately disrespecting us?

Is this man deliberately disrespecting us?

Is he undermining the Eritrea-Ethiopia Peace Rapprochement?

Is he inciting negative actions?

Is he sabotaging the good work of Eritrean President Isaias Afwerki and Ethiopian PM Abiy Ahmed’s economic and political integration of the Horn of Africa?

Eritrean Press



Ethiopia: አቶ አዲሱ ስለ እስክንድር የተናገረውን ዮናታን ተስፋየ ተቃወመ | Eskinder Nega | Addisu | Yonatan Tesfaye


Obbo Addisuu Araggaa har’a waan irraa hineegamne dubbate. Qabsaa’ota mana hidhaarraa bahaniin “warra Feestaalii guuree mana hidhaatii bahetu maqaa qabsoo himata” jedhe jechuun dhagaa’a.

Baatii muraasa dura seenaa Aanolee fi Calanqoo haaluu keessa darbee kitaaba haqa Oromoo barreesse Burqaa Zimmitaa abaaruun nii yaadatama. Feestaalii fudhatanii mana hidhaatii bahuu yoo ta’e Proofeessar Mararaa Guddinaa mana hidhaarraa gaafa bahan Feestaaluma qabatanii bahan. Qabsaa’otni akka Masfiin Abbaabaa illee Feestaaluma qabatanii bahan. Kaffaaloo Tafarraas akkasuma. Kanaaf jecha gadi bu’aa akkasii aangaa’aa olaanaan mootummaa tokko dhiisii daa’imni hinfayyadamu

Qalbeessaa Dhangi’aa