Tokkummaa jabeessaa!Paartileen Oromoo 14 guyyaa boruu walgahanii dhimma tokkummaa Oromoo irratti marii gaggeessuuf jedhamaa jira

Paartileen Oromoo 14 guyyaa boruu walgahanii dhimma tokkummaa Oromoo irratti marii gaggeessuuf jedhamaa jira. Kun baayyee gaarii dha!
Tokkummaa jabeessaa!

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.