Kun Naqamtee galgala kalessaa kanadha. Dhaloota garaan fincile sossobbaan hin dhaabu.
Via: Lammii Beenyaa
Agaaziin akkasiin ijoollee Naqamtee reebaa oolte.
Qeerroon Naqamtee hooggantoota KFO hundumaa nagaan mana mana isaaniin gahanii jiru. Ulfaadhaa jennaan
Naqamtee eda halkan kana fakkaatti turte.
Hub: Agaaziin har’as magaalaa keessa deemtee dhukaasaa jirti.
Haga biyyi keenya harka alagaa jalaa hin baanetti, ummanni keenyas, hogganni keenyas kabajaa hin argatan.
Gochaan diinaa yoomiyyuu duubatti nu hin deebisu!!