Kun milishaa WBO adamsuuf leenjii xumuree eebbifamaa jiruudha.

Kun milishaa WBO adamsuuf leenjii xumuree eebbifamaa jiruudha. Kana keessaa kan maatii isaatti nagaan deebi’u isa carroome qofa.

Dábessá Gemelal

MAASII BOQQOLLOO
==================
Kun milishaa Kibba Oromiyaatti WBO adamsuuf leenjii xumuree eebbifamaa jiruudha. Dhiiroo WBO Makkalaakeyaan Ijibbaate Gowwajjeestu Lolee Injifataa? Kana keessaa kan maatii isaatti nagaan deebi’u isa carroome qofa.