#Qeerroo Naqamtee :Uffannaa(huccuu) koora bittineessaa kan uffatanii jiran baayyeen isaanii Raayyaa ittisa biyyaadha.Afaanuma Oromooyyuu beekanii hin haasa’an.Wallaggaa Yuunivarsiitiittis kan tarkaanfii fudhate jarreen kana.
#confirmed information
of eeggannoo haatasifamu
Adem Misoma
Warri hogganoota ofiin jedhan kuni alaabaa minilik ofiin marsanii taa’uun isaanii suusii Itoophiyyummaa san mirkaneessa. Oromoof immoo ergaa dabarsu qaba. Dammaqi Oromoo
በጣም የሚገርም ዜና
ሰሞኑን በባቲ በኩል በተፈጠረው የአፋርና የኦሮሞ ግጭት እነዚህ የአፋር ፖሊሶች የደንብ ልብስ ለብሰው የኦሮሞውን ማህበረሰብ ሲዋጉ የሀገር መከላከያ ሰራዊት ከነ ሙሉ ትጥቃቸው በቁጥጥር ስር አውሏቸዋል፡፡
ግጭቱ እንዳይባባስ ትልቅ አስተዋፅኦ ላበረከቱት የሀገር መከላከያ ሰራዊት ከልብ እናመሰግናለን፡፡