KMN:- RAKKOON UMMATA OROMOO MASARA MOOTUMMAATI BURQA MADDI ISAATIS ILAALCHA NAFXANYUMMAA DR ABIYYI.

Above Single Post

KMN:- RAKKOON UMMATA OROMOO MASARA MOOTUMMAATI BURQA MADDI ISAATIS ILAALCHA NAFXANYUMMAA DR ABIYYI.

KMN:- GAAFA ILMI OROMOOSIIDAA MINILIK DHAABEE FAARSE OROMOON AJJEEFAME,SALPHATE.


#Waldia_University (Inbox)

“Ijooleen oromo university Waldia jiran kaleessa irbaata malee hagabuu bulan. Har’aas ciiree malee hagabuu jiruu. Laaqanas hin nyaanee. Garaan issaani qullaa dha hagaa ammaatti. Kanarratti guyyaa afuurif qorra kessaa bulaa jiru. Haga amma furmaata hin argaane. Ijooleen biyyaa isheet galuu barbaadi. Garuu hagaa amma motummaan furmaata hin kenninef. Ijooleen kuun garrin rebichaan du’aan. Garii beelaa fi qorraan dhumuuf jiru.”

Tsegaye Ararssa

Below Single Post