KMN:-Marii haala Aggaamamuu Jawaar Mohaammed ilaalchisee hayyota oromoo Dr Tseggaayee Araarsaa fi Prf. Iziqi’eel Gabbisaa waliin taasifame itti dhiyaadhaa.

KMN:- Onkoloolessa 23/2019 |Marii haala Aggaamamuu Jawaar Mohaammed ilaalchisee hayyota oromoo Dr Tseggaayee Araarsaa fi Prf. Iziqi’eel Gabbisaa waliin taasifame itti dhiyaadhaa.

Oromia News Network – ONN


Qabxiilee hiriia hara’aa keesaaa muraasasaa:
1. Komaandii Poostiin Wallagga, Gujii fi Booranarraa ka’uu qaba

2. Hidhamtoonni Siyaasaa kanneen akka Koloneel Gammachuu, Kaayyoo Fufaa, Daandii Garbooshee dabalatee hundi lakkifamuu qabu

3. Waajjiraaleen ABO cufamanii fi caccaban bakkatti deebi’uu qabu

4. Haayyamni Boordii Filannoo biraa ABOf kennamuu qaba

5. Waajjirri Muummee ABO tikaan qabame guutuutti gadhiifamu qaba

6. Ummata Oromoo buqqisuu fi Dararuun haha dhaabbatu

7. ABO’n Mootummaa keenya, OPDOn diina keenya

8. Waranni Bilisummaa Oromoo shiftaa miti

9. Bulchinsa Abiyyi gabrummaa Nafxanyaa Minilik Jalatti nu galchuuf deemu gonkumaa hin fudhannu
10, .Falasama Ida’amuu hin fudhannu

11. Abbaan Biyyaa ABO dha

12. Hoggantoota ABOf kaabaja malu hin gootan taanaan tarkaanfii laalessaa ni fudhanna.

ONN | Marii Haala Yeroo Irratti

Hiriira mormii Oromiyaarratti lubbuun namootaa darbuu…

– Jawaar Mohaammad haala mudateefi ibsa poolisii irratti turtii BBC waliin taasise…

– ‘Gochaan kaleessa galgala raawwatame dogoggora…’ -Shimallis Abdiisaa