KMN:- Haala yeroo oromiyaa fi waraana giddu galeessa oromiyaa lixa shaggaritti deemaa jiru

KMN:- Amajjii 22/2020
Haala yeroo oromiyaa fi waraana giddu galeessa oromiyaa lixa shaggaritti deemaa jiru irratti itti ajajaa waraana bilisummaa oromoo {WBO} giddu galeessaatti ajajaa zoonii lixa shaggar kan ta’an qabsaa’aa Jireenyaa Rabbummaa waliin gaafif debii taasifnetti dhiyaadhaa.