KMN:- Dhagefadha!!”Jaal Marroo” KUmsaa Dirribaa Mootummaan Injiruu !!

Above Single Post

KMN:- Dhagefadha!!”Jaal Marroo” KUmsaa Dirribaa Mootummaan Injiruu !!

KMN:- AMAJJII 09/2020 Haala nageenya lixa oromiyaa irratti gaafif deebii ajajaa waraana bilisummaa oromo {WBO] kan ta’an “Jaal Marroo” KUmsaa Dirribaa waliin taasifne. itti dhiyaadhaa.
KMN Kush Media Network

#Marroon Miidiyaa Kush faana dubbii bilchina qabu dubbate. Akka waliigalaatti biyyichi caasaa mootummaa akka hinqabne ragaan tumsee lafa kaa’e. Holola isarratti (Finfinnee mariif jira, rasaasaan rukutameera…WBOn booji’ameera..kkf jettee Aktiivistoonni Bilxiginnaa) afarsitu hundi kijiba ta’uus lafa kaa’eera. Haamileen waraana inni oogganuus jabaa akka ta’e ibsee, warra Abiy Ahmed fi Shimallis gidduu darbe konkolaataa 60 oliin gadi fe’aniif garuu baayyee gadde. Kunis, wallaalota tooftaa waraanaa hinbeekne gadi ergee ficcisiise jedhe. Ilmaan hiyyeessaa gowwoomsanii leenjisanii gadi erganiitu kunoo raafuu godhan. Nama gaddisiisa. WBO saba Oromoo faana walmakee jiraataa jiru nan mo’adha jechuun silumaa abjuudha. Gaafa WBO dadhabdu ol deebitee Dooktorootaafi Narsoota ajjeesuu eegalte. Harree sodaattee ……maaloo reebdi jedhan

Beekan Erena


#leencoo_baatii. Gandaan simatameen Wal baraa.

SHIMILIS ABDISAAF ADDISUU ARAGGAA faantii gaafa waltajjii AMBO irratti GOOBANNAA DAACIIn ethiyoophiyaa ijaaruuf gahee guddaa bahate jechuun galateefatan San dhiifama gaafachiisuuf isaan irratti duuluun maaliif barbaachiseeyyuu…?
Warra gandaan deemu balaaleefataa, gandaan Wal simatuun hoo maal jedham.

ሌንጮ ባቲ ይናገራሉ

Mohammednur Guye

*Itoophiyaa, Masrii fi Sudaan dhimma teeknikaa Hidha
Abbayyarratti waliigaluu dhaban
*Gumiin Dhimmoota Islaamummaa Itoophiya M.N Amaaraa komachuu
*Bulchiinsa Komaand Poostiifi sochii Filannoo Oromiyaa keessatti
*Isheen Eenyu: 9
Meroon Zallaqaa
(Asoosheet Piroofeesara)



Bultum Broadcasting Services


Below Single Post

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.