KMN; “BARATOOTA KEENYA GARA NAANNOO OROMIYAA DEEBISUUF KOREEN TOKKO IJAARAMUU QABA”

Above Single Post

KMN; “BARATOOTA KEENYA GARA NAANNOO OROMIYAA DEEBISUUF KOREEN TOKKO IJAARAMUU QABA”

#Inbox.
#Breaking_news
#Oduu_Ammee
Yaa saba Oromoo nuff Birmaadhaa,,, Nutii Barattonni University Woldia Rakko cimaa kessa jirra.

Maaloo Motummaan nurraa fula Garagaleet Jira Nuff Iyyaa,,,, Dubarri Oromoo akka malee dhukubsachaa jirti. Bayyee nama gadhisisa waan baratoonni Oromo keesa jiran yeroo kana. Reebamaa jiruu dubartiin Oromo gudedama irra jiru fakkata. Itti tabatamaa jirru warra amaaraatin.

Nutti Dhirtii Oromoo Qabana fi Adudhaan Qixaaxamaati Jirraa.
#Qeerroon #Bahaa #kibba #lixaa #Jidduugaleesaa nuf sagalee taha maloo.
Shari waalif godhaa ummataa keenyafi qeerroo keenya.

Galatoma !!

Gadisaa Margaa

Below Single Post

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.