Ethiopian government military forces killed 10 and wounded 20 students in Ambo,




Ethiopian government military forces killed 10 and wounded 20 students in Ambo, Oromia. (Oct 26)

BBC afaan oromoo
……………
Namoota Ambootti ajjeefaman keessaa tokko mucaa waggaa 13’ti
Video gabaabaa haala magaalattii keessa ture mul’isu BBC’


“University Mattuu; Haallii Mattuu University keessa baay’ee nama yaachisera. Guyyaa har’aa sakata’insa adeemsifamen barattoota sabaan tigire ta’an harkatti alaabaan ABO qabame. Barattooni sabaan tigire ta’an kunis kan yeroo darbe faana hidhata cimaa kan qaban fi “Haiwat Waxatochi Mabar ” jedhamanii maqaa nama 30 harkaati qabamera. Polisonni Oromiyaas cimee sakkata’insa itti fufeen maqaan mucaa alaabaa ABO harkatti qabame Hagos Gabrawahid kan jedhamu yoo ta’u hangaa ammaatti namni shaan baratota saban tigiree ta’an to’anoo jala olaniiru. Sakkata’insi itti fufeera…

“Mucaan aalabaa harkatti qabames barataa Dippaartmantii Electirical Enginering, kan waggaa 5ffaa dha.

“Hallii kun universitoota biraa keessatti akka hin mudaannef barattoota keenya nuf beeksisi.”

Via:Tsegaye Ararssa 



Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*