Kibba Oromiyaa magaalaa Moyyalee keessatti lola guddaatu gaggeyfamaa jira.

#CamsaΒ 6/2018: Kibba Oromiyaa magaalaa Moyyalee keessatti lola guddaatu gaggeyfamaa jira.
Lolli kun Ganama sa’aa 4 irraa egalee hanga ammati ittii fufaa jira,
gotowwan ilmaan Oromo guyyaa arraa ijifanno galmeysaa jiran waan taheef hanga gabaasa kana qindeessinutti gamma Oromotiin namni 3 lubbuun kan dabranii jiran yammuu tahuu namni 13 ammoo madaawanii jiru.
Gara Liyuu Polisiin kasaaraan dhaqqabee guddaa waan taheef gabaasa bal’aa qabannee dhihaachuuf jiraanna.

Oromia News Network – ONN


Oromummaaf lubbuu laanee falmanaa bilisummaan tola hin jiru