Kibba lixa Shaggar, magaalaa Walisootti waajjirri Adda Bilisummaa

Caamsaa 18/2019: Kibba lixa Shaggar, magaalaa Walisootti waajjirri Adda Bilisummaa Oromoo sirna eebbaatiin banameera.
Guyyaan Gootota Oromois kabajamaa ooleera.


Ethiopian Music: Margaa Wandimmuu (Gooni Hin Ciisu) – New Ethiopian Oromo Music 2019(Official Video)