Kenya Media started to speak about the crisis in Ethiopia . More than 50,000 Ethiopians have

Kenya Media started to speak about the crisis in #Ethiopia . More than 50,000 Ethiopians have crossed board and are seeking refuge in Kenya after indiscriminate killings carried out by the Ethiopian military forces in Moyale town.


INJIFANNOON GOOTICHA WARAANA BILISUMMAA OROMOO(WBO/ABO)FUDHATE.

Qabsoon hamma bilisummaatti har’as seenaan dalagamee jira kunoo girra ummataan nuu ga’i ABOn oduun utuu hin ta’in gochaan mullisee seenaa cululuqaa galmeessiseera.Guyyaa har’aa kana dhiiga ijoollee Oromoo dhugaa kan turte wayyaaneen Asoosaatii kaatee Gidaamii keessa dabartee gara Dambi dolloo konkolaataa #pickup 2,#Oraalii #1 osoo deemaa jirtuu ABOn guutumaan guutuutti barbadeessee jira.Injifannoon baranuma abbaan biyyaa dhufeeraa dafaa bakka gadi dhiisaa naa jedhi warra abbaa garaani…..itti muddii WBO koo


VOA Amharic added a new video: የኬንያ ቀይ መስቀል ለኢትዮጵያውያን የሞያሌ ስደተኞች እርዳታ እየሰጠ መሆኑን ገለፀ.