Kello Media : QABSAA’AAN NI KUFAA QABSOON ITTI FUFA. RIP. Haacaaluu Hundeessaa.

Yeroo Neonafxanyaan seexana Abiy jedhamu fi jaleen isaa Qottoo fi Mancaa Oromoorraa hiikaa turetti Nafxanyaan Finfinnee qubattee jirtu Kilaashi akka bishaanitti galchite of-qopheessaa turte. Oromoo Finfinnee keessa jiru tokko tokkoon fixuf qophii qabu. Baay’e nama gaddiisisa. Haacaalun ajjeefame jira.

Biyya Oromiyaa

MM Abiy Ahmed xalayaa OMN tti erge diduun OMN dheessee OBN irratti dhihaachuun isaa maaliif? Deebii namni kamuu itti kennuu danda’u jedheen amana.
Ferhan Abdulselam

Dhugaadha Hacaaluun fooniin nama tokko. Maqaa fi seenaa isaatiin garuu asxaa Oromummaa ti. Kanaaf isa ajjeesanii Oromoon maal akka fakkaattu baruu barbaadan. Akkuma du’a namtokkootti kana laallee boonyee darbina taanaan addunyaa kana irratti saba salphoo hiryaa hin qabne kan abbaan arge akka afata balbala irraatti kophee isaa itti haqatee darbu taana.
Yaya Beshir



Mee ila yaa oromoo Bulchiinsa Abiyyii fi Lammaa jalatti, waggaa lamaa asitti artistoota sadii ajjeechaatiin dhabne.
1. Atisti Cawwaaqaa Yaaddessaa
2. Artisti Daadhii Galaan fi
3. Artisti Haacaaluu Hundeessaa

Numatu ofirratti qoose!


Wlh hin shakina. Oromoo hin shakkina dhiigiin Gootichaa keenyaa haacallu Akkan baha obsii guyyaa 4/5

ታዋቂው የኦሮሚኛ ቋንቋ ሙዚቀኛ ሃጫሉ ሁንዴሳ በተተኮሰበት ጥይት ህይወቱ አለፈ

He said to protect peace and not to cause any harm 😡