Gaaffiif deebii Keessummaa Qophii Qaanqee Show Gaaze…Abdii Fiixee waliin Ebla 26,2018

Gaaffiif deebii Keessummaa Qophii Qaanqee Show Gaaze…Abdii Fiixee waliin Ebla 26,2018

viva Abdii!!


BREAKING NEWS
=============
“Barattoonni yuunivarsitii Amboo fi qeerroon fincila har’aa gaggeessaniin hidhamtoota siyaasaa magaalaa Amboo keessatti torbe 3 dura Koomand Poostiin hidhamanii turan hardha hunduu gadi lakkisiifatanii jiru.
Baga gammaddan baga gammanne!
Hidhamtoonni kan biroo martinuu haa hiikaman!”