Kanaanis wal caalla. Fashisttummaa Neftegna mee ilaalaa!!

Kanaanis wal caalla. Fashisttummaa Neftegna me ilaa!!

Qabsoon Oromoo kaleessa gaafa TPLF irratti finaanaa tureyyuu dhalootaan saba Tigraay waan taheef qofa nama diinomfatee hin beeku. Inumaa qabsoo Oromiyaa guutuu sochoosee TPLFiin aangoo irraa kaasuu gahe san keessatti dhalattoota saba Tigraayiif Qeerroon qabaa addaa godhaafii ture. Diinni keenya sirna ture malee saba miti. Har’as taanaan diinni keenya Nafxanyaa dha malee dhalataa Amaaraa miti. Kun bilchina qabsoo Oromoo agarsiisa. Bilxiginnaan garuu har’a TPLF waraanna jetti malee saba Tigraay guutuu irratti akka lola bante kun ragaa tokko. Warri saba kamiinuu sabummaa isaa qofaaf diinomfatu Nafxanyoota qofa. Afaan Oromoo yoo dubbatanis xurii Oromoo keessaa bahe yoo tahan malee firooma Oromoo homaatuu akka hin qabne hojii isaaniitiin ragaa bahaa jiru.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.