Kana booda Jaarsummaa hin deemu” Atileet Haile Gebresillasie!

Kana booda Jaarsummaa hin deemu” Atileet Haile Gebresillasie!

Abiy Ahmed dhiphatee garee Atileet Haayilee Gebresillaaseen durfamu jaarsummaa Dr. Teedroos Adhanomitti erguuf kan ture fashalaa’e. Abiy Ahmed dhoksaan hooggantoota TPLF waliin araaraan fixachuuf jaarsummaa erguuf kan ture Atileet Haile Gebresillasie “ani kana booda jaarsummaa hin deemu.” jedheera. Dr. Tewodros Adhanom dippiloomaasiidhaan Abiy kuffiisaa jiraachuun ifa.
Kan Abiy Gaduma❗
Qeerroo Intelligence Group
Via: Maammee Caffee