Oromoo: KANA BEEKNAA LAATA? 

Oromoo: KANA BEEKNAA LAATA? 

1)Gaafa Tafarii bantii batii 8 keessatti dubbiin nu harkaa baatee woggoota hedduu nu dhiitan. 2)Gaafa ABO 1991 baatii 8 Keessatti nu harkaa baatee woggoota soddoma jala nu dhiitan.
3)Gaafa Abiyyiitis baatii 8 keessatti nu bahuu dhabuu ishiidhaa guarantee kan qabaannu yoo
ummanni oromoo hundi eegganne qofaadha.
Amma nu harkaa baanaan ammoo woggaa meeqaaf akka dhiitamnu rabbi qofatu beeka


KANA BEEKNAA LAATA?
1)Aangoon 4kiiloo tun aangoo Dr Abiyyii 
osoo hin taane tan oromoo hundaa ta’uusaa,
2)Aangoo Dr Abiyyiin harkaa baasuu
worri yaalu aangoo gatii lubbuu ilmaan
oromoo kumaatamaatiin dhufte oromoo harkaa baasuuf yaaluu akka taate,
3)Angoon gaafa oromoo harkaa baate humna tokkummaa ummata oromoo bifa kamiinuu moo’achuun akka hin danda’amne diinni
waan argeef amma booda humna qawwee
dachaa hedduu qofaan akka bulchuuf yaaluu
qofa malan oromoon beektuu laata?
4)Addisababee ufiin jedhee worri gaafa kaan
masaraan obbo lammaa magarsaa finfinne
keessaa haa bahu jedhu 4kiiloof galma mootummaa oromiyaadhaa gargar fageessee
wonni akka kaleessaa sun gaafa taatu akka
woliif hin birmanne gochuu akka ta’e beektuu?
5)Oromoodhaaf woraana keessa seenee
mootummaa tana eeggachuu jechuun ODP yookiin woyyaanee taanee jara eeguu osoo
hin taane injifannoo lubbuu goota meeqaa
nyaattee nuuf tikfachuu akka taate ummanni oromoodhaa hundi beektuu laata?

African leaderKamaal Aloo Gr


ሰበር ዜና የሽግግር ተግዳሮቶች አንድ ህዝብ 1 ኢትዮጲያ ነው ( 11 Oct, 2018 )



Ethiopia: ዘ-ሐበሻ የዕለቱ ዜና | Zehabesha Daily News

Ethiopia: የወታደሮቹ ጉዳይ … Dr Abiy Ahmed, Achamyeleh Tamiru,Etege Tayitu, Lij Eyassu