Kan Sagalee hin qabneef sagalee tana “OBN Sagalee Ummataa Oromooti.

Kan Sagalee hin qabneef sagalee tana: “OBN Sagalee Ummataa Oromooti.

ባለፈው ቅዳሜና እሁድ የኢሕአዴግ ስራ አስፈጻሚ ኮሚቴ ስብሰባ ላይ፤ “ይሄን ሁከት አስቁሙት” ተብሎ መመሪያ ተሰጠ፤ ሁከቱም ቆመ።
በቃ!? ገራሚ ነው።
ፊክሽን እንጂ የምር ሀገር ውስጥ የምንኖር አይመስልም።

Via: Daniel Berhane

ብለን ነበር፡፡ አቁሙት ብሌን ስንለምናችሁ ነበር፡፡ በኢህአዴግ ስራ አስፈፃሚ ስብሰባ ላይ ኦህዴዶች ሁከቱን ማን እንደሚመራ በግልፅ 1 2 3 4 ብሎ ዘረዘሩት፡፡ ከዛን ተደራደሩ፣ የተያዙ ኤጀንቶችም እንዲለቀቁ ተደረገ፣ ሁከቱም ቆመ፡፡ በቃ ይሄው ነው፡፡

Via: Milkeessa Midhagasa, nuti dubbi shira deemaa turee fi amma illee itti jiru dursinee isinitti himnee turre. Dubbiin basaasa kun diraamaa hogganoota OPDO olaanoo fi kan wayyaanee akka ta,e himneerra. Basaasonni wayyaanee meeshaa waraana waliin qabame halkan tokkotti yammuu mana hidhaa keessaa gadlakkifamu, ilmaan oromoo mirga isaaniif dubbatan ammoo umurii guutuu mana hidhaa keessatti gidirfamu. OPDON utuu shira diraamaa wayyaanee kana keessaa harka hin qabdu ta,ee akkamitti baasaasa guyyaa saafaa meeshaa hidhatee deemu poolisiin oromiyaa qabe halkan tokkotti lakkifamaa? Kana murtiisaa qabsaawota Qeerroo bilisummaaf dhiisna.