Kaffaalee Tafarraa: Du’uun barbaada ture, du’uu hin dandeenye
Waggoota 12n booda mana hidhaatii kan bahe Kaffaalee Taffarraa, turtii BBC waliin taasiseen haala suukanneessaa dabarse akkasitti nutti himeera.
Kaffalo Teffarra was deliberately mutilated by TPLF’s security forces after arrest This is high level evidence of systematic use of excessive force – https://t.co/KDHqPvGUzw pic.twitter.com/ap8rRba3wz
— Kichuu (@kichuu24) June 16, 2018
kaayyoon qeerroo oromiyaa, qeeroo shaashamannee, qeerroo godina arsii lixaa ykn kayyoon hoggansa qerroo magaalaa shaashaamannee ibsi ejjannoo isaa wonni kanaan dura dalagnee fi amma booda dalgnullee dhaaba gara garaan cicciramu deeggaruu osoo hin taane oosoo hin taane, dhaba dhugaan tokkummaa oromootiif hojjatu kamiyyuu ofitti as fudhannee qabsoo teenna ofatuuf qopiidha. kana hayyoonii oromoo hundi akka beekaniifi midiyaadhaanis akka ummataaf nuu qaqqabu barbaadna