KAABA OROMIYAA Walloo Aanaa Baatee

Shiftoonni Adaalii fi finxaaleeyyiin naf├Śnyaa duula lafa babal’ifannaa irratti bobba’anii jiran ganda qotee bulaa Oromoo Walloo kan taate aradda #Habilaaloo eda galgala haala kanaan gubanii barbadeessan.


Uummata Walloo sababa Oromoo ta’an qofaaf qe’ee abbaa isaanii irratti mana irratti gubaan bakkeetti gatamanii jiru Oromoon birmachuu qaba.Humni addaa Amaaraati kan kana godhaa jiru.