Ati yoomilee ONNEE OROMOOTAA keeysa jirta-Hacaaluu Hundessaa

Ati yoomilee ONNEE OROMOOTAA keeysa jirta- Hacaaluu Hundessaa

Oromoo qofaa mitii artistii HABASHAAYUU mataa gadi qabachistee sabboonaa oromoo sabaan jaalatamtee dha.

#haacaaluu hundeeysaa hardha qophii kee BIYYUMA Kee biyya abbaa keetii irratti dhorkamun kee nuuf ammas jajjabina qabsoo kan nuuf laatteedha.
Sababbiin isaas hardha si dhoorkuu isaaniitiif diinummaa fii boru FINFINNE keeysayuu jiraachu hin dandayeetan erga jedhu kan isaan dhoksaan garaa keeysaa qaban ifatti nuf baasuusitee jirta……

Mohammednur Guye

Hacaaluu Hundessaa – Cabsaa -**NEW** Oromo Music 2017

Hacaaluu Hundeessaa New Oromo music 2017 jirra


Haacaaluu Hundeessaa – Maalan Jira…?


Hacaalu hundessaa new 2013 Oromiyaa maaltu gadhissaa



Jambo Jote : Raada Gaarree ** New ** 2017 Oromo Music by RAYA Studio


Ittiiqaa Tafarii – Jabana Roorroo – New Oromo Music 2017(Official Video)