BREAKING NEWS: Waraana wayyaanee keessa jiran namni 4859 hidhannoo guutuu waliin wbotti harka kennuun mooraa qabsoo oromoof gabbina mooraa diinaaf immoo salphiina

BREAKING NEWS: Waraana wayyaanee keessa jiran namni 4859 hidhannoo guutuu waliin wbotti harka kennuun mooraa qabsoo oromoof gabbina mooraa diinaaf immoo salphiina

Raayyaan ittisa biyyaa dhalootan oromoo ta’an waamicha harmee oromiyaan gooteef dhaga’anii zoonii kibbaatti nama 359 zoonii dhiyaatti immoo namni 4500 WALUMAAGALATTI guyyoota sadan darban kanatti zoonii lamaan kanatti ilmaan oromoo waraana wayyaanee keessa jiran namni 4859 hidhannoo guutuu waliin wbotti harka kennuun mooraa qabsoo oromoof gabbina mooraa diinaaf immoo salphiina. ijoolleen oromoo kun galata qabduun dhaamsa oromoo hundaa ti!!!


NEWS ODUU VOA AFAAN OROMO AMAJII 15,2019

Oromia Qeerroo Media

Amajji 15,2019] “Ajajaan Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibbaa Jaal Goollicha Dheengee jedhama” jedhan miseensotni Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibbaa

Ajaajaan waraana Zoonii Kibbaa Jaal Goollicha Dhengee baatii muraasa dura SBO irratti ibsa laataa turuun kan yaadatamudha. Ajajaa Waraana Bilisummaa Oromoo WBO zoonii kibbaa Eeliyaasi kan jedhamuu dubbii dharaa ta’uu miseensotni WBO zoonichaa sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo tti himaniiru.

Qophii keenya guyyaa boriitiin dhimma kana irratti qophii qopheeffanne isin biraan geenya.


Artisti Umar Suleeymaan turti BBC Afaan Oromoo waliin godhe


BBC warrii ololaa oftaanii kana dubissaa