ONN :-Jilli ABO Miseensota Shanee Gumii 2 Jaal Mikaa’el Booranii fi Jaal Saamiyaa Usmaan, Miseensota Gumii Sabaa, Miseensota SBO

ONN :-Jilli ABO Miseensota Shanee Gumii 2 Jaal Mikaa’el Booranii fi Jaal Saamiyaa Usmaan, Miseensota Gumii Sabaa, Miseensota SBO fi TV Gaaddisa Dhugaa, Tv ONN fi Raadiyoo Qeerroo of keessatti hammate Waggaa 27 Booda Gara Kaaba Oromiyaa Walloo Imaluun Oromoota Walloo Waliin Fulbaana 27 fi 28 marii taasisee jira. Gabaasaa Marii kanaa yeroo gabaabaa kessatti isiniif dhiheessina.

Seattle 2018, Irreechaa


Fenet qaxaleen Abbaa gadaa Waalin eebba sha sha gochaa jirti


#CGTN_Afria: Ethiopian thanksgiving also known as Irreecha is a major event for about 40 million Oromo people.It’s held in Bishoftu city, southeast of the capital, Addis Ababa.The event this year is particularly interesting, given recent reforms and a recent wave of ethnic violence that has displaced more than one million people this year alon


EEBBA MALKAA IRREECHAA
======================
[OBN 20 01 2011] Irreecha Hora Harsadiirratti Abbootiin Gadaa Bara, Nama,Nageenya, Tokkummaa, Jalaalaa, Injifannoo argame tiksuu, Hammachuu saboota biyyatti walumatti Uumaa Uumamaaf kadhaatan.