Jilli Aartistoota Dr. Alii Birraan durfaamu lammiilee Oromoo naannoo




[OBN 10 03 2010] Jilli Aartistoota Dr. Alii Birraan durfaamu lammiilee Oromoo naannoo Somaalee Itiyoophiyaatti qe’ee fi qabeenyaa isaanirraa buqqifamuun Oromiyaa Kaampii Haammareessaa keessaa qubaatan daawwachuun jajjabeesse jira. Lammiileen deeggarsa argatan tumsa ummanni Oromoo bakka hundarraa isaanif birmaataniif galateeffatan. Faahmii Abdurrahmaantu odeeffannoo nu gahe. Gabaasa guutuu Jilli kun itti ture daawwadhaa, Lammiin Lammiif gaachana.



Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*