Jijjiramaa Osoo eeganuu Micciramaa mudannee!!

#Finfinnee (Inbox)

“ዛሬ አንድ ሳላውቅ በጠዋት አንድ ጥሪ ሳደርግ መስማት የማልፈልገው ድምጽ መጣብኝ፡፡ በጣም አዘንኩ አንድ መሪ ሌላ ስራ ትቶ ፎቶ በመነሳትና ማስተወቂያ በመሰራት እንዲህ ያለ ማስታወቂያ በራሴ ስልክ ወደ ጆሮዬ አደረሰ ፡፡ እነርሱን ሽሽት ሚዲያዎቻቸውን መክፈት ካቆምኩ አመት አለፈኝ አሁን ደግሞ በዚህ መጡ፡፡ የማንንም ማስታወቂያ በገዛ ስልኬ እንዳይደረሰኝ ጭራሽ መብት የለኝም ማለት ነው? በግድ አዳመጡኝ ብሎ ከማስገደድ በላይ የአምባገነንነት መለኪያ የለም፡፡ በጽሁፍ ምልክት ሲልኩ ታገሰን አሁን ደግሞ በተደጋጋሚ በዚህ መልከ እየተመላለሱ ነው፡፡ የግለሰቡን ድምጽ ላለመስማት ጠዋት ከደወልኩት ስልክ ውጪ በዙ የምደውልበት ጉዳይ ቢኖረኝም መደወል አቁሜያለሁ፡፡ ድምጹ እስኪነሳም ለአስቸኳይ ጉዳይ በመልእክት እጠቀማለሁ፡፡

“ለነገሩ ምረጫውን በኮረና አሰቦ ያስቆመ መንግስት በምን መመዘኛ ነው ችግኝ ለመትከል የሚሰባሰብ ህዝብ ለቫይረሱ ተጋላጭ አይደልም ብሎ አስቦ ለችግኝ ተከላ ህዝብ የሚቀሰቅሰው፡፡ ምርጫው የተራዘመው የዜጎችን ሰብአዊ መብት ለመግፈፍ ተጨማሪ ጊዜ ለማግኘት ነው የተባለው እውነት መሆኑን አረጋግጣል፡፡ እስኪ ከዚህ ችግኝ ተከላ ጋር የተያያዙ ነባራዊ ሁነቶችን እንይ፤
የሚተከል ችግኝ ብዛት 5 ቢሊዮን (5 000 000 000)
የኢትዮጵያ ህዝብ ብዛት 115 000 000

ከዚህ የህዝብ ቁጥር ውስጥ ወደ 46% ህጻናትና አዛውንቶች ናቸው፡፡ ማለትም መትከል የሚችለው ሰው ቢበዛ
62 000 000 ነው (በግርድፉ)፡፡ እያንዳንዱ መትከል የሚችል ሰው 81 ችግኝ መትከል አለበት ማለት ነው፡፡ ቁጥሩ አርሶ አደሪ ጋ ሁለት እጥፍ ይሆናል፡፡ ይህንን ለማደረግ ከቦታ ዝግጅት ጀምሮ የሚከናወኑ በርካታ ተግባራት አሉ፡፡ በትንሹ ከ4 – 5 ቀን ይፈጃል፡፡ ቸግኙ ከተፈላበት ቦታ ይጫናል፣ ማእከል ላይ ይወርዳል፤ ከዚያ በተለያየ መንገድ ተጭኖ የሚተከልበት ቦታ ይወርዳል፣ የሚተክለው ግለሰብ ምላጭ ይጠቀማል ፣ ላስቲኩን ይቆርጣል ፣ያነሳል፤ መሬቱን ይቆፍራል፣ ይተክላል፣ አፈር ይመልሳል፡፡ አካፋና ዶማ ይጠቀማል፡፡ ሌላውም ያንኑ አካፋና ዶማ ይጠቀማል፡፡ ከ80 ባላይ ችግኝ አንድ ሰው ሲነካካ ሊፈጠር የሚችለውን አደጋ መገመት ይቻላል፡፡ ነገር ግን አንድ ሰው ቢበዛ ግማሽ ቀን የሚያጠፋበት ምርጫ ኮረና ተፈርቶ ሲቋረጥ በዘመቻ የሚሰራና በረካታ ቀናት የሚወስደው ችግኝ ተከላ በጠቅላይ ሚኒስትር ማሰታወቂያ ነጋሪነት እንዲተከል ሲታወጅ አስገራሚ ነገር ነው፡፡
በዚህ ምክንያት ወረርሽኙ ቢስፋፋና ህዝባችን ላይ ለሚደርሰው ጉዳት ተጠያቂው ይኸው ሀላፊነት የማይሰማው መንግሰት እንደ ሆነ ሊታወቅ ይገባል፡፡ የሚመለከታቸውም በቂ ማስረጃ ማሰባሰቡ አስፈላጊ ነው፡፡”


#Jimmaa (Inbox)

“Guyyaan isaa Jiini Ramadaanaa seenuuf guyyaa lamatu hafe. Abiyyi gaggeesitoota godina Jimmaa, gaggeessitoota aanaalee fi magaalota Jimma keessatti argaman walitti qabe Masaraa Miniliki keessatti walgahii gaggeesse. Jaarsolee muraasas aanaalee godinicha keessaa itti make. Godinoota Oromiyaa keessaa hoggansa godina tokkoo qofa walitti qabee hin beeku Abiyyi. Kan Jimmaa walitti qabee gandumaa sabbakaa ture. Isin malee Godinni na deeggaru hin jiru jedhe. Warri godina kaanii nafxenyaa naan jechaa jiru jedhe. Jimmi biyya bulchuu hin qabuu?? Jedhee kakaasuuf yaale. Muktaariin Kulloo jedhani anaan immoo Nafxenyaa naan jechaa jiru. Na baraaraa jedheen.

Dabballeen aanarra dhufte tokko tokko zarraaf jettee nuti Jimmi of kabachiifna jettee dudubbattee baate. Namoonni gurguddoon jaarsolii fi ustaasonni walgahicha irratti waamaman keessaa miraasni deemanii hirmaatan gaddaniitu walgahii dhiisanii bahani. Akka Oromootti malee akka Jimmaatti walitti qabuun siyaasaaf dhimma bahuu baay’e gaddani. Ijoollee Jimmaafis ergaa qoqqooddii Abiyyi gaggeessaa jiru dura akka dhaabbatani ergaa nuuf dabarsaniiru. Shimallis Abdiisaas duuriyyaa Finfinnee keessaa maqaa Shawaatiin walitti qabeetu gandaan ijaaruuf yaalee harkatti fashala’uun isaa dhagaheen ture.”

Tsegaye Ararssa

#Inbox
Jijjiramaa Osoo eeganuu Micciramaa mudannee. Qeerroon oromoo Abbaan jijjiramaa Har’as bifa haarawaan Paartii Bilxiginaatiin Adaamsamuu eegaltee jirti.
Godina Harargee lixaa Aanaa Shanan Dhuuggoo keessatti Jarri Bilxiginaa Qeerroo fi Miseensoota Paartii ABO fi KFO tahaan Adamsuun tumuu fi hidhuu itti fuftee. Keessumaa ijoollee Qeerroo tahaan Rifeensa mataa isaanii jilbifachiisaa irraa ciraa jiru. Ijoollee baayees maqaasiin mataa keessaa waraanani jiru. Guyyaa hara ijoollee Miseensa KFO tahaan
Hamzaa Mohammed fi Qeerroo Kadir jedhamu akkataa suuraa irratti mul’atu kanan iddoo hojii isaaniitti qabani hidhani jiru. Haalli Nageenya Aanichaa keessaa jiru baayee yaadasaa waan taheef Ummaanni Oromoo quba qabaadha.
Xiyyeffannoon koronaaf godhamaa jiru hin jiru xiyyeffanan Bilxiginaa Qeerroo hidhu fi Ajjessuuf hojjachudha.”


#Gantuun_Nama_Buqifti_Muka_Dhaabdi

Bulchaa shiraa isa sirrii
Isa namaaf kennu birrii

Ilma namaa ajjeesisaa
Sanyii namaa balleesisaa

Dhaabuu feeta hidda mukaa
Muraa jirta hidda dhukaa

Kan #Raashiyaan si’iif laatte
Ati yoomiin kophaa nyaatte

Hiraa jirta buchullootaaf
Ciree bitta jabbilootaaf

Kadhaa deemta #Ameerikaa
Kan #Chaayinaa hiiktee nikaa

Harka bantee #Arabootaaf
Jira jettee habashootaaf

Asii guuraa achiis fidaa
Saamtee baduuf guurta idaa

Nama malee mukni hin tolu
Harki cabee harka hin lolu

Warri garaaf manaa bahe
Bilisoomee galma gahe

Xawalwaalleen asiif achii
Tan fakkeessaan samte dachii

Aphaartamaan bilsoomte
Konkolaataan walaboomte

Nuti dhugaaf gadi baane
Haqaaf jecha dhabaa taane

Har’a harkaa horii dhabnus
Har’a gantuun mataa cabnus

Boruu keenya ifni jira
Nu’uuf yoomuu haqni fira

Mukni har’a dhaabuuf kaattu
Boolli qotte si haa nyaattu

~by Usmaan Waariyoo Heeban.