Jibriil Ahmad Nuur jedhama. Guyyaa har’aa Humni polisii addaa Haramaayaa keessatti badii tokko malee ajjeefte.

Ajjeechaa mucaa sanii booda Haramaayaan akkasitti goolamaa jirti. Mormiin ummataa geggeeffamaa jira. Maqaleetti jaarsummaa ergatti, Oromoo akkanatti ajjeefti.

Jibriil Ahmad Nuur jedhama. Guyyaa har’aa Humni polisii addaa Haramaayaa keessatti badii tokko malee ajjeefte.


OMN: Bekele Gerba fi Jabeessaa Gabbisaa :-Hidhaa, ajjeechaa fi Saamichi dhaabbachuu Qaba Wxb 15,2020


Godaansa Gadaa Oromoo seena qabeessatu raaw’achuuf deema. Qophiin barbaachisu hundi xumuramee jira. Abbaa Duulaa Dinquu Dayyaasaa dhiira diinni dadhabde eenyutu qadi qaba? Kaabaan itti shidaa kibbaan jara goba.
Gadaan Quufaa Gabbina!
Godaansa milkii hawwina!

Yaya Beshir


”አንችው ታመጪዉ አንችው ታሮጪው” jette warri Nafxanyaa. Neonafxanyaan doofaa haaraa ammoo dubbiin isaaf hin galtu. Galtuu dha kaa.

Biyya Oromiyaa

“ሕዝብን እስከገደልክ፣ እስካስቸገርከው ድረስ ያምጻል። . . . መቆጣቱ አይቀርም”


Lia Tadesse, Minister of Health

Report #98

‪የኢትዮጵያ የኮሮና ቫይረስ ሁኔታ መግለጫ‬

‪Status update on #COVID19Ethiopia