Jawar Mohammed waa’ee WBO akkasumaas dhimma waliigaltee ABO fi mootummaa Itiyoophiyaa gidduutti godhame ilaalchisee maal jedhe?

Jawar Mohammed waa’ee WBO akkasumaas dhimma waliigaltee ABO fi mootummaa Itiyoophiyaa gidduutti godhame ilaalchisee maal jedhe? Mee haasaa inni guyyaa har’aa OMN irratti dubbate dhaggeeffadhaa. Fedhiin uummataas maal akka ta’e ”reaction” hawaasa oromoo irraa adda baafadhaa. Garee qabatanii walitti duuluun faayidaa hin qabu


Jawar mahammad waa’ee shaanee ilaalchiise arraa ibsa kane jiraa galatomi jawwee kiyyaa dhugaan jiruu kanumaa kuno 

Namni mana tokko ijaaru citaa wal hin saamu,
Suurrii kan Arfaaseeti



Unnecessary worry about OLF from the president of Oromia, Lemma Megersa!!

“Ammaan booda siyaasni ilmaan oromoo gidduutti summii ta’ee nun nyaatu. Wal hin nyaannu, Wal hin balleessinu. Nuti qabsaahonni oromoo qaroon har’a jirru siyaasa Aadaadhaan hin gaggeessinu. ”

Dr. Lammaa Magarsaa

What has  happened now???????


ONN:Oduu Olmaa Oromiyaa Studio Minneapolis fi Studio Cairo Irraa.Onk29/2018


Injifannoo! Daddabalamaa jira. Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOn guyyaa har’aa Onk 30/2018 tarkaanfii maayii Sochii-OfirraaIttisuu waarana goolessituu Wayyanee sakatti’insa WBOf bobbaate irratti haxxee hidhuun Beegii fi Gidaamii gudduutti 77 galaafatee Meeshaa gurguddaa irraa hiikate.
KibbaOromiyaa_Gujiittiis Waraanaa geggeesseen waraana diinaa daaresse of duuba deebiseera.
Ummanni keenya Goodina Gujii ciminaa fi tarkaanfii WBOn fudhateetti guddaa gammaduun ,egeree WBOf waan barbaachisuun cinaa akka dhaabbachuu danda’an ifatti WBOf waadaa seenuu dhageenye.
IUOtiif


Sirna Simannaa ABO Lixa Shaggar Baakkootti.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.