Jawar Mohammed: Motummaa Bilxiginnaa jiduti maaltu demmaa jira!!

Gootota Oromoo hayyoota siyaasaa Ummata Oromooti fi motummaa Bilxiginnaa jiduti maaltu demmaa jira

ARTIST HACAALUUN “OROMOON BIYYA IJAAREE” 08 11 2010

I never ever forget it!!


PP’n carraa dhumaa irraa jirti. Marii biyyoolessaa. Humni waraana Tplf fi WBO sadarkaa marii diduu irraa ga’uuf jiru. Gaafas hireen pp hiree Mangistuu taati. Gaafas PP’n marii biyyoolessaa kadhattuus carraa argachuu dhabuu dandeessi. Gama biraatin jaarsummaan Uummata Oromoof ifa hin taane WBO tti karaa Abbooti Amaantaa fi Abbooti Gadaan karaa adda addaatin deemama jira. Kunis shira biraati. Fudhatama waan qabu miti. Amma hireen akeeka qabsoo Oromoo ABO, WBO fi KFO harka jirti. Kun dhugaa lafa jiruu dha. Isaan dhokatanii gugguufun badii irraa nama hin oolchu. PP’n yeroon marii biyyoolessaaf kadhatamtu dhumuuf deema. Dhumaas jira.
Mekelle tonight!
Mekelle-Liberated city!
TDF reportedly in control!

ተመስገን ፈጣሪ
ትግራይ ስዕራ
 
The temporary administrator of Tigray ran away from Mekelle.
The Tigray army has taken over the city.
Nj nj.. n Ogaadenia media Addis Ababa

1 thought on “Jawar Mohammed: Motummaa Bilxiginnaa jiduti maaltu demmaa jira!!

  1. እየጨፈጨፈች በሰቆቃ ቅኝ ገዝታ የምታማቅቀንን የኦሮሚያን ዋና ጠላታት እና ቅኝገዢያችን እንዳትፈርስ የሚሰጋላት እና አገሬ ብሎ የሚጠራት አንድም ሞኝ አለያም ወስላታ ነው

Comments are closed.