Jalduu koo  Guyyaa har’a ABOn waajjira isaa Jaldutti saaqqateera. WBO sirna kanarratti argamaniiru.

Jalduu koo : Guyyaa har’a ABO n waajjira isaa Jaldutti saaqqateera. WBO sirna kanarratti argamaniiru.

Siidaa Yaadannoo Wareegamtoota Qeerroo Aanaa Jalduu! Bara 2008


Jilaa Addaa bilisummaa oromoo JAL
#Ibsaa_Nagaawootiin durfaamuun gotichaa Qabsa’aa Jal #Baqqalaa_Tammanaatiif siidaan akkaa dalagaamu dhagaan bu’uura lixaa shaggar Aanaa #jalduu magaala gojjootti guyyaa har’a kawwamee.

Jajjjabdoota warra Koloneel Alamuu qixxeessa

Jalduu koo 
Guyyaa har’a ABO n waajjira isaa Jaldutti saaqqateera. WBO sirna kanarratti argamaniiru. Jajjabee har’a nutti toltan nuuf jiraadhaa.

WBOn waltajjii Simanna #ABO irraati uummaata waliin


የመከላከያ ሰራዊት መዋቅር እንዲሻሻል ተደረገ