Jalabultiin Ayyaana Irreechaa Hoteela Sharaatan Addisitti kabajamaa Gaazexaa Bariisaa

Jalabultiin Ayyaana Irreechaa Hoteela Sharaatan Addisitti kabajamaa

Gaazexaa Bariisaa

Jalabultiin Ayyaana Irreechaa bakka Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, ministirri duraanii Ministeera Aadaafi Turizimii, Doktar Hiruut Kaasaawu, Pirezidaanti BMNO Obbo Shimallis Abdiisaa, Kantiibaan Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee argamanitti kabajamaa jira.
Waaqshum Fiqaaduutiin

Magaalaa Finfinnee Karra Alloo – Karaa Walloon seensisuufi Karra Qaalluu -Qaallittiin seensisuun, namoota kabaja Ayyaana Irreechaaf dhufan simachuuf qophiin simannaa eegalameera.

Ayiiiiiiiiiiiiiiiiiiii Caalaa Bultumee sorry for you!!!


#UNSC has called for an emergency meeting that will be closed for Ethiopia especially in the region. Tigray
On Friday, the UN security council has called for a quick meeting that the doors are closed for Tigray after Ethiopia fired 7 officers from the United Nations. Among the countries that announced the meeting include, 🇮🇪 Ireland 🇪🇪 Estonia, France, Norway, 🇺🇲 USA and 🇬🇧 UK
This meeting is expected to be a big deal.
Sihaam ahmed. Ogaadenia media Addis Ababa

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.