Jaal Nadhii Gammadaa fi hayyoonni Oromoo hedduun mana hidhaa Addagiraat keessatti akka argaman beekame
ODUU SIMBIRTUU
Adaamaa Adoolessa16/2010 (July 23, 2018) OBN
Jaal Nadhii Gammadaa fi hayyoonni Oromoo hedduun mana hidhaa Addagiraat keessatti akka argaman beekame.
Odeeffaannoo dhiheenya kana maddoota garaagaraa irraa arganneen, hidhamtoonni ilmaan oromoo hedduun mana hidhaa Addagiraat keessa akka jiran irra gahamuu danda’ameeraa.
Qaamni mootummaas dhimma kanaaf xiyyeeffannoo guddaa kennee akka achii baasu abdii qabna.
Oduu dansaa kana ilmaanb oromoo haa dhageessuu #Share godhaa