Jaal Marroon lammii Chaayinaa kara seeraan alaa warqee wallagga baasu deeman qabanii turan nagaan geggeesse jira. Gad dhiifaman jechuudha.

Jaal Marroon lammii Chaayinaa kara seeraan alaa warqee wallagga baasu deeman qabanii turan nagaan geggeesse jira. Gad dhiifaman jechuudha.
Alaabaa Oromoo ibsitu Dukkana! Guyya Si dhaabbane gabrummaa
Irra baana
 
Qophii Lolaa akkuma itti Fufani jiran. Kana Dura Seeyfii/Ablee Nayil jachuun sudan kessatti Leenjisaa kan turan Amma Culullee ittisa Laga Abbaay jadhanii moggas kennaniifi Waraana kuma 11 leenjisuu eegalan.
Gaafa Gorsaa Nafx**nyaa godhatan Biyyaafi Ummaataas balaaf saaxilan

Bilxiginnaan Miidiyaalee isaanii irraa wacuu malee erga kuftee bubbultee jirti.


Gimbii irran Dumeessa’ee Fooliin Gootaa nati Urga’ee!
Jaal Abbaa Qalaadi👌💪🏿WBO!

Elemo dhukaase jalqaba❤️💚❤️


አመራሮቹ ታሰሩ፣ የፕ/ር ብርሃኑና ዳንኤል ክብረት ማስተባበያ፣ “ፋኖ አስቸገረን” ባለስልጣኑ፣ ጋዜጠኛው ከሃገር ተባረረ፣ አንዳርጋቸው ፅጌ ለአሜሪካ ጥያቄ|EF


Oduu Ammee
Mootummaan Ameerikaa qondaalonni olaanoon mootummaa Itoophiyaa Ameerikaa akka hin seenne ugguruuf qophiirra jira. Sababaa dhiittaa mirga namoomaa fi jeequmsa siyaasaa uumamaa jiru sirreesuu dadhabuutiin qoqqoobbii kana buusuun dirqama tahuuf deema jedhamaa jira.
Qoqqobbii kanaan MM Abiyyi Ahimad dabalatee qondaalonni waraanaa fi siyaasaa mootummaa Biltsiginnaa gara Ameerikaa seenuu ni uggaramu jedhameera.