Jaal Maarroo Waliin jetti Qeerroon, mormii hardhas Oromiyaa keessatti itti fufe ..

Above Single Post

Hiriira mormii Gaaffiin Kabajamuu Mirga Abbaa Biyyummaa Oromiyaa itti fufe ..















While the rest of Oromia has successfully peacefully protested North Oromia has not. There has been brutal Detainments, burning of the Oromo flag and beatings by police administration . We are a voice for one another. Walloo Aana Baate polisoonni alaaba Oromoo gubani, joollee teenya hidhaatti darbani, joollees reebani miidha irraan gahan. Sagalee waliif tahuun barbaachiisaadha Oromoon hundi gaafa rakkoof gammachuus wal cinaa dhaabbadha. #WalloofiFinfinneenisteenya








Below Single Post