Goota Sanyii Gootaa Jaal Amaan Gammadaa Obboleessa Jaal Nadhii Gammadaa Baga Rabbiin Ijaan Wal Nugarsiise!

Oromia: Goota Sanyii Gootaa Jaal Amaan Gammadaa Obboleessa Jaal Nadhii Gammadaa Baga Rabbiin Ijaan Wal Nugarsiise!


Truth About East Oromia, Harargee.
::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::
The people of East Oromia have been in the forefront in fighting for the rights of the Oromo people. They have sacrificed thousands of their sons and daughters for the Oromo people’s freedom unproportional to the rest of Oromia. In my childhood memory, the first Oromo dialect I heard spoken by WBO was of that of the Eastern Oromia. They came all the way from the east to join WBO in South East Oromia. This part of Oromia is the most under appreciated for what they have done for our freedom. Now when almost all parts of Oromia are taking a fresh air, Oromos in the East are being killed in dozens daily, and the OPDO leadership preaches peace while neglecting the grievances of this part of the country.
They deserve better and the OPDO needs to man-up and protect these citizens.

Hashim Adam

Ummanni keenna ar’as inuma buqqa’aa jira. Worri kuunis siyaasaa isaanii ittumaan dalagataa jiru!

Simannaa Lammiilee
================
[OBN 10 12 2010] Lammiileen Jibuutii ari’ataman, Godina Harargee Lixaatti simataman.

Short Documentary about the Ethinic Cleansing tragedy in Eastern Oromia Region ( Hararge, Mayu Muluqe)


GOOD NEWS!
Sebeta town Administration awards a political prisoner who lost his leg while in prison, Kefyalew Tefera, 150k ETB. What’s more, with the initiation of of the administration, several investors contribute a total of 312k ETB. Today, mayor of Sebeta, Leggese Negewo, handed over a total of morethan 460k ETB and a key for a house (mana gandaa) to Kefyalew, who resides there. 

Ameyu Etana


Gonder…Gonder jedhanii yoo sirban Zerenyaa hin jedhaman… Simple: some people are allergic to the word,”Oromo” and I already Rx-ed desensitization! Haacaluu Hundeessaa is their first line treatment regimen!


TIM NEWS- Tarsiimoo Waliin dhooftotaa!

Bara 2008 ABOn akka deebi’ee suphamuu hin dandeenyetti caccabeera jedhee labsii abdii kutannaa labse Jawaar. ABOn bu’aa ba’ii heedduu keessa darbee shiraa fi qeeqa irratti wal maraa ture hunda injifatee amma garbummaa jaarraa ol nurra turetti xumura gochuuf boqonnaa dhumaarra jira. Haata’u malee ammas Jawaar “WBOn hidhannoo hiikkachuu qaba” jedhee Lammaa faa irratti dhiibbaa gochuu yaalaa jira.Yoo hidhannoo hiikkatuu dide qabeenya akka hin
fayyadamne gochuudhaan, bajeta dhabee ABOn akka OPDO jala galu goona jedhee shira xaxaa jira.

Haala kam keessattiyyuu Oromoon dammaquu qaba . Waraanni Bilisummaa Oromoo naamusa waraanaatiin waraana hamatamu miti aantummaa sabasaa daraan eeggachuutu feesisa. Alaabaan amma Oromiyaa keessatti gammachuun ilaalaa jirru kunii fi WBOn amma bobaa saba keenyaa jelatti argaa jirru kun fiixaan baliinsa qabaachuu qaba.

Uummanni Oromoo waraanasaa tikfachuu qaba. Salphinni keenya gaafa alaabaan kun gadi deebifamee fi WBOn hidhannoo hiikkatedha kanarratti uummati keenya cimee hojjechuu qaba

Via: Beekan G Erena