Sirna awwaalcha gooticha miseensa WBO, jaal Abdii Ayyaanaa Atoomsa-Waadaa har’a kabjaa guddaan raawwate.

Sirna awwaalcha gooticha miseensa WBO, jaal Abdii Ayyaanaa Atoomsa-Waadaa har’a kabjaa guddaan raawwate.

TIM News-Wareegamaa Har’aa!
Miseensi #WBO guyyaa har’aa waahellansaa faana loltoota Wayyaanee 60 walirra naqee rasaasa fixuun of wareege isa kanadha. Taphni taphatames 60:1 n xumurame. Ajajni Lammaa Magarsaafi Dr. Abiy taasisaniin lubbuu 61 dhabameera. Rakkoon ABO fi Paartii biyya bulchaa jiru dafee furmaata hinargatu taanaan sichi miliyoonaan walfixuutti deemaa jirra. Akka amantii keessaniitti uumaa keessanitti watwwaadhaa!!!

# RIP*”
JAAL WAADAA
Lola Gudda Maqa Najjotti Ta’en Goota Dirqamasa Ba’ate Gumacha Gudda Oromof Gumache Lubbusa Waregee Jaal Waada Ayyana Jedhama .
Kan Dhalate Aana Gawo Qeebbe Maagala Harroji Wadoti Gootni Kun Erga Diina Heddu Kuffise Booda Rasasa Tokko Harkatti Haften Qabame Harka Kennuf Of Warege Male Rasasi Diina Argate Miti
Seenan Ni Yaadata Kan Hafetu Gumake Baasa Lubbunke Ha Jannattu Waan Goonu Hin Qabnu.!


Sirna awwaalcha gooticha miseensa WBO, jaal Abdii Ayyaanaa Atoomsa-Waadaa har’a kabjaa guddaan raawwate.

Jaal Waadaan guyyaa kaleessaa wal’aansoo keessatti wareegame.

Sirni awwaalcha Jaal Waadaa har’a, Onkol.28/2018 dhaadannoo Qeerroon dabaalamee sirna Onnachiisaan raawwateera.

Qeerroonis Meeshaa gootichi kun kaa’ee kufe kaasaanii falmaa itti fufuuf, waadaa waliif seenaruu!

Jaala Waadaan Onkoloolessa 27 bara 2018 Oromiyaa lixaa, naannoo Maqanajjootti wareegame.