Ittiiqaa Tafarii – *Na boojite* New 2018 latest Oromo music

Ittiiqaa Tafarii – *Na boojite* New 2018 latest Oromo music

Wellisaa jaalataamaa fi sabboonaa Ittiqaa Tafarii sirba warraaqsaa qofaa miti sirba jaalalaas akka ajaa’ibaa godha, albamii bara 2009 filatamaa tahuun hojiin isaa Odaa Award ittiin badhaafame keessaa kan fudhatame sirbi tokko kana, baga moo’atte, baga badhaafamte jedhaan mee, aniis sirba albamii isaa keessaa kana isan afeere…..


Ittiiqaa Tafarii – *Na boojite* New 2018 latest Oromo music