Ittiiqaa Tafarii – Galma Dhugaa New Oromo Music 2020 (Official Video) October 3, 2020 Ittiiqaa Tafarii – Galma Dhugaa New Oromo Music 2020 (Official Video)
Ittiqaa Tafarii goota goota caalu sabboonaadhaa ati bari nama qixa sirriin qabsoo Oromoo ilaaluAmmas itti muddi danda’i hunda baadhu goota gaafa xiiqii waggaa dhibba nuu jiraadhu
Ittiqaa Tafarii
goota goota caalu
sabboonaadhaa ati bari
nama qixa sirriin
qabsoo Oromoo ilaalu
Ammas itti muddi
danda’i hunda baadhu
goota gaafa xiiqii
waggaa dhibba nuu jiraadhu