Breaking News:  Itti gaafatama waajira ADP damee Finfinnee

Above Single Post

Breaking News:  Itti gaafatama waajira ADP damee Finfinnee shiroota Finfinnee keessatti rawataman keessa harka qabaachun ykn bifa qindaawa ta’een kan geggeessa ykn shororkeessa kan ture jechuudhan polisii Federaalaattiin too’annoo jala olee jira

●~Kara biraattiin imoo B/J Asaminew Tsiggee harka keennachuu didee waraana raayyaa ittiisa biyyaa irratti dhukkasa banuu isaatiin lola gaggeeffameen Miseensa Poolisii Naannoo Amaaraatiin Ajjeefameera.

●~Dabatanii imoo General Sa’ara Mokonnin fi B/J Ga’azi Abarraa kan ajjeesse eegduun isaanii ofuma isaaf ofii ajjeesee argame jira.

●~Oduu gaddaa birootiin Bahardaariitti yeroo hoggansii ol’aanoon naannichaa ajjeefaman sana dabalataan Eegdoonni Dr. Ambaachaw Mokonniin kan turan 3(sadii) waraana Asaminaw Tsiggee bobbaaseen Ajjeeffaman jiru dabalatan imoo Obboo Migbaaruu Kabbadaa Abbaan Alangaa waliigala mootummaa Naannoo Amaaraa yaalii fonqolchaa Kanan waranaa B/J Asaminew Tsiggeettiin kan rukutamanii turan haridhaa mana yaalaa Tikura Anbasatti osoo yaalamaa jiranni du’aan adduunyaa kan irraa boqotan.

Hub:- ummaanni oromoo yeroo kanatti yeroo kanan duraa caallaa walii dhagefatu fi walii bira dhabatu qaba ilmaan oromoo bakka jirtaniitti tokkummaa keessan cimsa wal jajjaabeessa kan nuu basuu kara oromummaa fi oromummaa qofa ilaalicha biroo ofii irraa lafa kayyaa oromummaa qofan wali qabadha.

Chali Ensermu Beyene


ESAT for Ethiopia Live Stream

Ethiopia: ርዕዮት | መፈንቅለ መንግስት? ወይስ… የእውነት በሮች እርየተዘጉ ነው:: | Reyot 6/24/19

Below Single Post